Ghali Apapur Apaghuna

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Ghali Apapur Apaghuna translation for Surah Al-Ikhlas — Ayah 1

112:1
قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ ١
Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha.1
Footnotes
  • [1] {1} sadarkaa suuraa tanaa keessatti hadiisa abiisaiid alkhudrii kan bukaariin odeesse keessatti Nabiin s.a.w. "Rabbii lubbuun tiyya harka isaa keessa jirtuun kakadhee isiin 1/3 tokko sadaffaa qur'aanaatti qixxaatti" jedhe.