Ghali Apapur Apaghuna

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Ghali Apapur Apaghuna translation for Surah As-Saffat — Ayah 143

37:143
فَلَوۡلَآ أَنَّهُۥ كَانَ مِنَ ٱلۡمُسَبِّحِينَ ١٤٣
Odoo inni warra Rabbiin qulqulleessan [1] irraa ta’uu baatee;1
Footnotes
  • [1] yeroo qurxummiin isa liqimsite " laa ilaaha illaa anta subhaanaka innii kuntu mina zzaalimiin " jedhee Rabbi kadhate.