Ghali Apapur Apaghuna

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Ghali Apapur Apaghuna translation for Surah Al-Mumtahanah — Ayah 6

60:6
لَقَدۡ كَانَ لَكُمۡ فِيهِمۡ أُسۡوَةٌ حَسَنَةٞ لِّمَن كَانَ يَرۡجُواْ ٱللَّهَ وَٱلۡيَوۡمَ ٱلۡأٓخِرَۚ وَمَن يَتَوَلَّ فَإِنَّ ٱللَّهَ هُوَ ٱلۡغَنِيُّ ٱلۡحَمِيدُ ٦
Dhugumatti, isaan keessa hidhannoo gaariitu isiniif jira nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraa kajeeluuf. Namni (kanarraa) garagale (ofuma miidha) Rabbiin inni dureessa faarfamaadha.