Ghali Apapur Apaghuna

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Ghali Apapur Apaghuna translation for Surah At-Talaq — Ayah 10

65:10
أَعَدَّ ٱللَّهُ لَهُمۡ عَذَابٗا شَدِيدٗاۖ فَٱتَّقُواْ ٱللَّهَ يَٰٓأُوْلِي ٱلۡأَلۡبَٰبِ ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْۚ قَدۡ أَنزَلَ ٱللَّهُ إِلَيۡكُمۡ ذِكۡرٗا ١٠
Rabbiin adabbii cimaa isaaniif qopheesse. Yaa warri sammuulee qabdan, warri amantan Rabbiin sodaadhaa. Dhugumatti Rabbiin gara keessanitti gorsa buuseera.