Ghali Apapur Apaghuna

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Ghali Apapur Apaghuna translation for Surah At-Talaq — Ayah 6

65:6
أَسۡكِنُوهُنَّ مِنۡ حَيۡثُ سَكَنتُم مِّن وُجۡدِكُمۡ وَلَا تُضَآرُّوهُنَّ لِتُضَيِّقُواْ عَلَيۡهِنَّۚ وَإِن كُنَّ أُوْلَٰتِ حَمۡلٖ فَأَنفِقُواْ عَلَيۡهِنَّ حَتَّىٰ يَضَعۡنَ حَمۡلَهُنَّۚ فَإِنۡ أَرۡضَعۡنَ لَكُمۡ فَـَٔاتُوهُنَّ أُجُورَهُنَّ وَأۡتَمِرُواْ بَيۡنَكُم بِمَعۡرُوفٖۖ وَإِن تَعَاسَرۡتُمۡ فَسَتُرۡضِعُ لَهُۥٓ أُخۡرَىٰ ٦
Dandeettii keessan irraa bakka qubattanu isaan qubsiisaa. Isaan irratti dhiphisuuf jecha isaan hin rakkisinaa. Yoo warra ulfaa ta'an hanga ulfa isaanii da'anitti isaan qallabaa. Yoo isiniif hoosisan mindaalee isaanii isaaniif kennaa. Jidduu keessanitti haala gaariin mari'adhaa. Yoo wal rakkiftan tan biraa isaaf hoosisti.