Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-'Adiyat — Ayah 5

100:5
فَوَسَطۡنَ بِهِۦ جَمۡعًا ٥
Isaan (weeraraan) gamtaa diinaa walakkeessaniin [kakadha].1
Footnotes
  • [1] kanneen warra isaan yaabbatu saniin gulufanii diina walakkaa geessan jechuudha.

Changelog