Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Ma'un — Ayah 3

107:3
وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ ٱلۡمِسۡكِينِ ٣
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (lubbuu isaatiifii namoota) hin kakaasu.1
Footnotes
  • [1] hiyyeessa rakkataa nyaachisuufii itti sadaqachuun waan sawaaba guddaa qabu. faallaan kana bifa warra hoongayeeti.

Changelog