Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Ma'un — Ayah 6

107:6
ٱلَّذِينَ هُمۡ يُرَآءُونَ ٦
Isaan warra (salaataafii dalagaa namatti) agarsiifatan.1
Footnotes
  • [1] agarsiifannaan ibaadaa badii guddoodha. dalagaa teenyaa ikhlaasa Rabbiif qulqulleessuutu barbaachisa. hojiin ikhlaasa hinqabne fudhatama hinqabdu.

Changelog