Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Kawthar — Ayah 2

108:2
فَصَلِّ لِرَبِّكَ وَٱنۡحَرۡ ٢
Gooftaa keetiif sagadii isaaf qali.1
Footnotes
  • [1] akkuma salaanni ibaadaa Rabbuma qofaaf tahe beyladaa qaluunis ibaadaadha Rabbuma qofaaf tahuu qabdi.

Changelog