Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah An-Nasr — Ayah 3

110:3
فَسَبِّحۡ بِحَمۡدِ رَبِّكَ وَٱسۡتَغۡفِرۡهُۚ إِنَّهُۥ كَانَ تَوَّابَۢا ٣
Gooftaa kee faarsuu wajjin qulqulleessi; araarama isa kadhadhu, inni akkaan tawbaa qeebalaa taheera.1
Footnotes
  • [1] injifannoofii banaan makkaa dhufuun kun dirqama ergaa Rabbii geessisuu xumuruu nabiyyiiti garsiisa. akkasuma adduniyarraa deemuun isaanii dhihaatuuf mallattoodha.

Changelog