Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Masad — Ayah 4

111:4
وَٱمۡرَأَتُهُۥ حَمَّالَةَ ٱلۡحَطَبِ ٤
Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (ibidda seenti).1
Footnotes
  • [1] ummu jamiil jedhamti, qoree karaa nabiin deemanirratti guurtee isaan dararaa turte.

Changelog