Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah As-Saffat — Ayah 125

37:125
أَتَدۡعُونَ بَعۡلٗا وَتَذَرُونَ أَحۡسَنَ ٱلۡخَٰلِقِينَ ١٢٥
Sila ba’al gabbartanii (Gooftaa) warra waa uumu hundarra caalaa tolchaa tahe dhiiftanii?1
Footnotes
  • [1] ba'la maqaa taabota isaan gabbaruu turaniiti.

Changelog