Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah As-Saffat — Ayah 146

37:146
وَأَنۢبَتۡنَا عَلَيۡهِ شَجَرَةٗ مِّن يَقۡطِينٖ ١٤٦
Muka buqqee irraa ta’e isa irratti biqilchine.1
Footnotes
  • [1] akka baala isaa jalatti gaaddiseefatee firii isaarraa nyaatuuf jecha.

Changelog