Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Az-Zumar — Ayah 27

39:27
وَلَقَدۡ ضَرَبۡنَا لِلنَّاسِ فِي هَٰذَا ٱلۡقُرۡءَانِ مِن كُلِّ مَثَلٖ لَّعَلَّهُمۡ يَتَذَكَّرُونَ ٢٧
Dhugumatti, Nuti ilmaan namaatiif Qur’aana kana keessatti akka isaan gorfamaniif fakkeenya hunda irraa goone.

Changelog