Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Az-Zumar — Ayah 55

39:55
وَٱتَّبِعُوٓاْ أَحۡسَنَ مَآ أُنزِلَ إِلَيۡكُم مِّن رَّبِّكُم مِّن قَبۡلِ أَن يَأۡتِيَكُمُ ٱلۡعَذَابُ بَغۡتَةٗ وَأَنتُمۡ لَا تَشۡعُرُونَ ٥٥
Irra gaarii waan Goftaa keessan irraa gara keessanitti buufamee (qur'aana Nabimuhammad irratti buufame) hordofaa, azaabni tasa odoo isin hinbeekin isinitti dhufuu dura.

Changelog