Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Ghafir — Ayah 61

40:61
ٱللَّهُ ٱلَّذِي جَعَلَ لَكُمُ ٱلَّيۡلَ لِتَسۡكُنُواْ فِيهِ وَٱلنَّهَارَ مُبۡصِرًاۚ إِنَّ ٱللَّهَ لَذُو فَضۡلٍ عَلَى ٱلنَّاسِ وَلَٰكِنَّ أَكۡثَرَ ٱلنَّاسِ لَا يَشۡكُرُونَ ٦١
Rabbiin Isa halkan akka isa keessa boqattaniif, guyyaa immoo (akka isa keessa dalagattaniif) garsiisaa (ibsaa) kan isiniif godhe. Dhugumatti, Rabbiin namoota irratti abbaa tolaati. Garuu irra hedduun namootaa hin galatoomfatanu.

Changelog