Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Fussilat — Ayah 33

41:33
وَمَنۡ أَحۡسَنُ قَوۡلٗا مِّمَّن دَعَآ إِلَى ٱللَّهِ وَعَمِلَ صَٰلِحٗا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ ٱلۡمُسۡلِمِينَ ٣٣
Namni jecha bareedu eenyu Nama gara Rabbiitti (nama) waame caalaa? kan hojii gaggaarii hojjatee “ani Muslimoota irraayi” jedhe.1
Footnotes
  • [1] Namni kanarra jechi isaa bareedu hinjru, kun guddina sadarkaa nama da'iwaa islaamaarratti bobbaheeti garsiisa.

Changelog