Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Fussilat — Ayah 41

41:41
إِنَّ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ بِٱلذِّكۡرِ لَمَّا جَآءَهُمۡۖ وَإِنَّهُۥ لَكِتَٰبٌ عَزِيزٞ ٤١
Isaan yaadannotti (Qur’aanatti) kafaran erga inni isaanitti dhufee booda. (guyya qiyaamaa niazzabamu). Inni kitaaba injifataadha.

Changelog