Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Fussilat — Ayah 53

41:53
سَنُرِيهِمۡ ءَايَٰتِنَا فِي ٱلۡأٓفَاقِ وَفِيٓ أَنفُسِهِمۡ حَتَّىٰ يَتَبَيَّنَ لَهُمۡ أَنَّهُ ٱلۡحَقُّۗ أَوَلَمۡ يَكۡفِ بِرَبِّكَ أَنَّهُۥ عَلَىٰ كُلِّ شَيۡءٖ شَهِيدٌ ٥٣
Nuti mallattoowwan keenya moggaa (samii)fi lubbuulee isaanii keessatti isaan agarsiifna hanga isaaniif ifa ta’utti Dhugaa ta’uun isaa (Qur’aanaa). Inni waan hunda irratti to’ataa ta’uuf Gooftaa kee gayaa mitii?

Changelog