Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Ahqaf — Ayah 16

46:16
أُوْلَٰٓئِكَ ٱلَّذِينَ نَتَقَبَّلُ عَنۡهُمۡ أَحۡسَنَ مَا عَمِلُواْ وَنَتَجَاوَزُ عَن سَيِّـَٔاتِهِمۡ فِيٓ أَصۡحَٰبِ ٱلۡجَنَّةِۖ وَعۡدَ ٱلصِّدۡقِ ٱلَّذِي كَانُواْ يُوعَدُونَ ١٦
Isaan sun warra irra gaggaarii wantoota isaan dalaganii nuti irraa qeeballee, hamtuu isaanii dhiifama goonufi. (Fuula duras) namoota Jannataa keessatti ta’u. (Kun) waadaa dhugaa kan isaaniif galamaa ture.

Changelog