Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Ahqaf — Ayah 31

46:31
يَٰقَوۡمَنَآ أَجِيبُواْ دَاعِيَ ٱللَّهِ وَءَامِنُواْ بِهِۦ يَغۡفِرۡ لَكُم مِّن ذُنُوبِكُمۡ وَيُجِرۡكُم مِّنۡ عَذَابٍ أَلِيمٖ ٣١
Yaa ummata keenya! Waamaa Rabbiitiif (nabi Muhammadiif) awwaadhaa (tole jedhaa); isattis amanaa. Inni (Rabbiin) badiilee keessanirraa isiniif araarama; adabbii laalessaa irraas isin baraara.1
Footnotes
  • [1] jinniin daiwaa walitti gootee gara islaamummaa walyaamte.

Changelog