Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Hujurat — Ayah 11

49:11
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَا يَسۡخَرۡ قَوۡمٞ مِّن قَوۡمٍ عَسَىٰٓ أَن يَكُونُواْ خَيۡرٗا مِّنۡهُمۡ وَلَا نِسَآءٞ مِّن نِّسَآءٍ عَسَىٰٓ أَن يَكُنَّ خَيۡرٗا مِّنۡهُنَّۖ وَلَا تَلۡمِزُوٓاْ أَنفُسَكُمۡ وَلَا تَنَابَزُواْ بِٱلۡأَلۡقَٰبِۖ بِئۡسَ ٱلِٱسۡمُ ٱلۡفُسُوقُ بَعۡدَ ٱلۡإِيمَٰنِۚ وَمَن لَّمۡ يَتُبۡ فَأُوْلَٰٓئِكَ هُمُ ٱلظَّٰلِمُونَ ١١
Isin yaa warra amantan ormi orma irratti (Dhiironni dhiirota biraatti) hin qoosin. Isaan irra caaluun isaanii (tuffatamtootaa) ni mala. Dubartoonnis dubartoota biraa (hinqoosin). Isaan irra caaluun isaanii (tuffatamtootaa) ni mala. lubbuulee teessan wal hin eybessinaa; maqaa qoosaatiin wal hin arrabsinaa. Erga amanuutii maqaan faasiquummaa (jallinaa) waa fokkatee! Namni hin tawbatin, isaanumatu miidhaa raawwattoota.1
Footnotes
  • [1] waltuffachuun, walittiqoosuun, waleeybessuun, maqaa jibbamaan waldarbachuun, eega islaamawanii maqaa jallinaatiin walyaamuun kuni hundi dhoowwaadha.

Changelog