Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Hujurat — Ayah 13

49:13
يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ إِنَّا خَلَقۡنَٰكُم مِّن ذَكَرٖ وَأُنثَىٰ وَجَعَلۡنَٰكُمۡ شُعُوبٗا وَقَبَآئِلَ لِتَعَارَفُوٓاْۚ إِنَّ أَكۡرَمَكُمۡ عِندَ ٱللَّهِ أَتۡقَىٰكُمۡۚ إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمٌ خَبِيرٞ ١٣
Isin Yaa namootaa! Nuti dhiiraafi dubartii (Aadamiifii hawwaa) irraa isin uumne, sabootaafi gosoota isin taasifne akka wal beektaniif jecha. Rabbiin biratti irra kabajamaan keessan, irra Rabbiin sodaataa keessani. Rabbiin beekaa keessa hubataadha.1
Footnotes
  • [1] ilmi namaa gosaafii sabaan walhincaalu, hundeen isaa ilmaan abbaa tokkooti obboleeyani. wanni sabaafii gosatti qoodameef akka walbeekuufi. Namni iimaana, sodaa Rabbiitiifii hojii gaariin walcaala. walqixxummaa uumamaa ilma namaa hundaa dura seera Rabbiitu mirkaneesse.

Changelog