Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Adh-Dhariyat — Ayah 28

51:28
فَأَوۡجَسَ مِنۡهُمۡ خِيفَةٗۖ قَالُواْ لَا تَخَفۡۖ وَبَشَّرُوهُ بِغُلَٰمٍ عَلِيمٖ ٢٨
Ergasii (yeroo nyaachuu dhabuu isaanii argu) isaan irraa sodaan isa qabe. Isaan “hin sodaatin” jedhaniin. Ilma beekumsa qabuunis isa gammachiisan.1
Footnotes
  • [1] malaaykaa tahuu isaanii kan nyaata hinnyaanne tahuu isaanii itti himanii isa tasgabbeessan. eegasii ilma beekaa (ismaa'iil) akka Rabbiin isaa kannuun isa gammachiisan.

Changelog