Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah At-Tur — Ayah 47

52:47
وَإِنَّ لِلَّذِينَ ظَلَمُواْ عَذَابٗا دُونَ ذَٰلِكَ وَلَٰكِنَّ أَكۡثَرَهُمۡ لَا يَعۡلَمُونَ ٤٧
Dhugumatti, isaan miidhaa raawwataniif sana dura (azaaba akhiraa dura) adabbiitu jira. Garuu irra hedduun isaanii hin beekanu.1
Footnotes
  • [1] kuni azaaba qabriiti.

Changelog