Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Hadid — Ayah 11

57:11
مَّن ذَا ٱلَّذِي يُقۡرِضُ ٱللَّهَ قَرۡضًا حَسَنٗا فَيُضَٰعِفَهُۥ لَهُۥ وَلَهُۥٓ أَجۡرٞ كَرِيمٞ ١١
Namni Rabbiif liqii gaarii liqeessu eenyu? kan Inni (Rabbiin) dachaa isaaf taasisu, kan mindaan gaariin isaaf ta’u.1
Footnotes
  • [1] hiikkaan namni karaa Rabbii keessatti qabeenya isaa baasu kan guyyaa qiyaamaa Rabbiin jannataan galata isaaf galchu jiraa? jechuudha.

Changelog