Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Hadid — Ayah 27

57:27
ثُمَّ قَفَّيۡنَا عَلَىٰٓ ءَاثَٰرِهِم بِرُسُلِنَا وَقَفَّيۡنَا بِعِيسَى ٱبۡنِ مَرۡيَمَ وَءَاتَيۡنَٰهُ ٱلۡإِنجِيلَۖ وَجَعَلۡنَا فِي قُلُوبِ ٱلَّذِينَ ٱتَّبَعُوهُ رَأۡفَةٗ وَرَحۡمَةٗۚ وَرَهۡبَانِيَّةً ٱبۡتَدَعُوهَا مَا كَتَبۡنَٰهَا عَلَيۡهِمۡ إِلَّا ٱبۡتِغَآءَ رِضۡوَٰنِ ٱللَّهِ فَمَا رَعَوۡهَا حَقَّ رِعَايَتِهَاۖ فَـَٔاتَيۡنَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ مِنۡهُمۡ أَجۡرَهُمۡۖ وَكَثِيرٞ مِّنۡهُمۡ فَٰسِقُونَ ٢٧
Ergasii faana isaanii irra ergamtoota keenya hordofsiifne. Iisaa ilma Maryamis hordofsiifnee, Injiiliin isaaf kenninee jirra. Onneewwan warra isa (Iisaa) hordofanii keessattis waliif rifatuufi gara laafummaa goone. Moloksummaa ishee ni eegalan. Nuti isaan irratti hin barreessine, Jaalala Rabbii barbaaduuf (eegalan). (Garuu) dhugaa eeggachuu ishee hin eegganne. Isaan irraa warra amananiif mindaa kennina. Baay’een isaanii immoo finciltoota.1
Footnotes
  • [1] warri nabi iisaa hordofu jaalala Rabbii barbaanna jedhanii moloksummaa ufirra kaayan, Rabbiin isaanirra hinbarbaanne. isiin fuudhaa heeruma dhiisuufii qananii jiruu duniyaa lagachuudha. booda tiiyfachuu dadhabanii seera san cabsan.

Changelog