Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Mujadila — Ayah 2

58:2
ٱلَّذِينَ يُظَٰهِرُونَ مِنكُم مِّن نِّسَآئِهِم مَّا هُنَّ أُمَّهَٰتِهِمۡۖ إِنۡ أُمَّهَٰتُهُمۡ إِلَّا ٱلَّٰٓـِٔي وَلَدۡنَهُمۡۚ وَإِنَّهُمۡ لَيَقُولُونَ مُنكَرٗا مِّنَ ٱلۡقَوۡلِ وَزُورٗاۚ وَإِنَّ ٱللَّهَ لَعَفُوٌّ غَفُورٞ ٢
Isaan isin keessaa dubartoota (jaartiiwwan) isaanii irraa ‘Zihaara’ godhan (‘ati anaaf akka dugda haadha kiyyaati’ jechuun kakatan), isaan (hjaartiiwwan) haadholii isaaniitiimiti. Haadholiin isaanii hintaane tanneen isaan deesse san malee. Isaan jecha fokkataafi soba dubbatu. Rabbiin dhiifama godhaa araaramaadha.1
Footnotes
  • [1] kakuun zihaaraa badii guddaadha, inni jaarsi jaartii isaa ati narratti akka duuyda haadha tiyyaati jedhee kakachuudha. adabbiin isaa aayatoota itti aanutti ibsame. hadiisaaninnee ibsamee jira.

Changelog