Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah As-Saf — Ayah 6

61:6
وَإِذۡ قَالَ عِيسَى ٱبۡنُ مَرۡيَمَ يَٰبَنِيٓ إِسۡرَٰٓءِيلَ إِنِّي رَسُولُ ٱللَّهِ إِلَيۡكُم مُّصَدِّقٗا لِّمَا بَيۡنَ يَدَيَّ مِنَ ٱلتَّوۡرَىٰةِ وَمُبَشِّرَۢا بِرَسُولٖ يَأۡتِي مِنۢ بَعۡدِي ٱسۡمُهُۥٓ أَحۡمَدُۖ فَلَمَّا جَآءَهُم بِٱلۡبَيِّنَٰتِ قَالُواْ هَٰذَا سِحۡرٞ مُّبِينٞ ٦
Yeroo Iisaa ilma Maryam jedhe "yaa ilmaan Israa'iil! Ani Ergamaa Rabbii kan garakeessanitti ergameedha. kan waan Tawraatirraa na dura bu'e dhugoomsuufi ergamaa na booda dhufu kan maqaan isaa Ahmad ta'een (isin) gammachiisu ta'ee" (jedhe yaadadhaa). Yeroma inni ragaawwan ifaan isaanitti dhufe "kun 'sihrii' (falfala) ifa galaadha" jedhan.1
Footnotes
  • [1] Aayanni kuni akka nabi iisaan ifatti nabi muhammad (s.a.w.) isa boodaan ergamuun ummata gammachise ibsa. Warri ergamuu nabimuhammad (s.a.w.) morme hundi dhaamsa nabi isaa dide waan taheef kafaree kararraa bahe jedhama. hadiisatti nabiin s.a.w. akki jedhan "yahuudaafii nasaaraan namni biroo kamiiyyu ergamuu kiyya dhagayee waan ani ittiin ergame islaamummatti osoo hin amanin kandu'u yoo tahe ibidda seena" muslim abuuhureyrarraa odeesse.

Changelog