Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah At-Taghabun — Ayah 11

64:11
مَآ أَصَابَ مِن مُّصِيبَةٍ إِلَّا بِإِذۡنِ ٱللَّهِۗ وَمَن يُؤۡمِنۢ بِٱللَّهِ يَهۡدِ قَلۡبَهُۥۚ وَٱللَّهُ بِكُلِّ شَيۡءٍ عَلِيمٞ ١١
Hamtuu irraa wanti tokkollee hayyama Rabbiitiin malee nama hin tuqu. Nama Rabbitti amane qalbii isaa ni qajeelcha. Rabbiin waan hunda beekaadha.1
Footnotes
  • [1] waan Rabbiin namatti fedheefii namatti murteesse malee wanni nama tuqaa hinjirtu, toltus tahee hamtuun. kuni qadara (murtii Rabbiitti) amanuu jechuudha. kun hangafaafii bu'ura iimaanaa keessaa tokko.

Changelog