Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah At-Taghabun — Ayah 15

64:15
إِنَّمَآ أَمۡوَٰلُكُمۡ وَأَوۡلَٰدُكُمۡ فِتۡنَةٞۚ وَٱللَّهُ عِندَهُۥٓ أَجۡرٌ عَظِيمٞ ١٥
Qabeenyaaleen keessaniifi ilmaan keessan mokkoroodha (qormaata). Rabbiin Isa bira mindaa guddaatu jira (sun jannata).1
Footnotes
  • [1] qormaata qabeenyaafii ilmaanii san keessatti kuftanii jannata Rabbii hindhabinaa.

Changelog