Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah At-Tahrim — Ayah 11

66:11
وَضَرَبَ ٱللَّهُ مَثَلٗا لِّلَّذِينَ ءَامَنُواْ ٱمۡرَأَتَ فِرۡعَوۡنَ إِذۡ قَالَتۡ رَبِّ ٱبۡنِ لِي عِندَكَ بَيۡتٗا فِي ٱلۡجَنَّةِ وَنَجِّنِي مِن فِرۡعَوۡنَ وَعَمَلِهِۦ وَنَجِّنِي مِنَ ٱلۡقَوۡمِ ٱلظَّٰلِمِينَ ١١
Ammas Rabbiin warra amananiif niitii Fir'awnaa fakkeenya godhe. Yeroo isheen "yaa Gooftaa kiyya! Si biratti Jannata keessatti mana naaf ijaari; Fir'awnaafi dalagaa isaa irraa na baraari; ummata miidhaa hojjatoota irraas na baraari" jette.1
Footnotes
  • [1] namni qajeele nama jallatatti maxxanee wajji jiraachuun yookaa maatii isaa tahuun homaa isa hinmiitu, waan ufii qajeelaa taheef jecha jaartiin fir'oownaa kanaaf fakkeenya taati.

Changelog