Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah At-Tahrim — Ayah 2

66:2
قَدۡ فَرَضَ ٱللَّهُ لَكُمۡ تَحِلَّةَ أَيۡمَٰنِكُمۡۚ وَٱللَّهُ مَوۡلَىٰكُمۡۖ وَهُوَ ٱلۡعَلِيمُ ٱلۡحَكِيمُ ٢
Dhugumatti, Rabbiin karaa kakuulee keessan ittiin hiiktan isiniif ibseera. Rabbiin gargaaraa keessani. Inni beekaa ogeessa.1
Footnotes
  • [1] namni kakuu cabse kaffaaraa (adaba) isarra jira.

Changelog