Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah At-Tahrim — Ayah 6

66:6
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ قُوٓاْ أَنفُسَكُمۡ وَأَهۡلِيكُمۡ نَارٗا وَقُودُهَا ٱلنَّاسُ وَٱلۡحِجَارَةُ عَلَيۡهَا مَلَٰٓئِكَةٌ غِلَاظٞ شِدَادٞ لَّا يَعۡصُونَ ٱللَّهَ مَآ أَمَرَهُمۡ وَيَفۡعَلُونَ مَا يُؤۡمَرُونَ ٦
Yaa warra amantan! Lubbuulee teessaniifi maatiiwwan keessan ibidda (jahannam) tan qabsiisaan isii namootaafi dhagaalee ta'e, irraa eegaa. Isirra maleeykota gara jabeeyyii, ciccimoo ta'antu jiru. Waan Rabbiin isaan ajaje hin faallessanu, waan ajajaman ni hojjatu.1
Footnotes
  • [1] lubbuu ufiitiifii maatii ufii islaamummarratti eeguudhaan ibidda jahannam jalaa nagaya baasuun dirqama.

Changelog