Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Qalam — Ayah 1

68:1
نٓۚ وَٱلۡقَلَمِ وَمَا يَسۡطُرُونَ ١
Nuun Qalamaafi waan (namoonni) barreessaniinin kakadha.1
Footnotes
  • [1] harfiiwwan jalqaba suuraa jirtu tan maqaan waamamtu tna ibsi isiidhaa jalqaba suuraa baqaraatti kenname.

Changelog