Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Qalam — Ayah 22

68:22
أَنِ ٱغۡدُواْ عَلَىٰ حَرۡثِكُمۡ إِن كُنتُمۡ صَٰرِمِينَ ٢٢
"Yoo kan oomishattan taataniif oyruu teessan irratti bariifadhaa (ganamaan bahaa)" (waliin jedhan).1
Footnotes
  • [1] osoo hiyyeessi kadhataan hindhufne duratti ganamaan bahaa oomishadhaa waliin jedhan.

Changelog