Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Ma'arij — Ayah 1

70:1
سَأَلَ سَآئِلُۢ بِعَذَابٖ وَاقِعٖ ١
kadhataan kadhate Adaba (kaafiroota irratti) argamaa ta'e.1
Footnotes
  • [1] qishnaaf kaafirri mee yoo dhugaa tahe azaabni nutti haabu'uu jedhee kadhate.

Changelog