Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Ma'arij — Ayah 31

70:31
فَمَنِ ٱبۡتَغَىٰ وَرَآءَ ذَٰلِكَ فَأُوْلَٰٓئِكَ هُمُ ٱلۡعَادُونَ ٣١
Namni sanaan ala (fedhii guutachuu) barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha.1
Footnotes
  • [1] Walqunnamtii jaartii ufiitiin alatti karaaleen adda addaa kamiiyyu kan fedhii saalaa ittiin bahan dhoowwaafii badii guddaadha.

Changelog