Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Nuh — Ayah 23

71:23
وَقَالُواْ لَا تَذَرُنَّ ءَالِهَتَكُمۡ وَلَا تَذَرُنَّ وَدّٗا وَلَا سُوَاعٗا وَلَا يَغُوثَ وَيَعُوقَ وَنَسۡرٗا ٢٣
‘Gabbaramtoota keessan hin dhiisinaa; waddi, suwaa'i, yaghuus, ya'uuqiifi nasriinis hin dhiisinaa' (waliin) jedhan.1
Footnotes
  • [1] maqoonni shanan kuni maqaa taabotoota ummanni nuuh gabbaruuti, dur isaan nama gaggaarii turan. eega isaan du'an turanii dhaloonni boodaa qabrii isaaniirratti siidaa jaaranii isaan gabbaran.

Changelog