Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Jinn — Ayah 6

72:6
وَأَنَّهُۥ كَانَ رِجَالٞ مِّنَ ٱلۡإِنسِ يَعُوذُونَ بِرِجَالٖ مِّنَ ٱلۡجِنِّ فَزَادُوهُمۡ رَهَقٗا ٦
Ammas dhiironni nama irraa ta'an dhiirota jinnii irraa ta'anitti maganfatanii boona isaaniif (jinnootaaf) dabalaa turan.1
Footnotes
  • [1] zamana wallaalummaa namoonni yeroo karaa deemanii bakka sodaachiftuu qubatan "jinnii qondaala laga kanaatti maganfanna hamtuu hamaa isaaniirraa" jechuu turan. kuni shirkii hamtuudha. Rabbiin nidhoowwe.

Changelog