Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Insan — Ayah 19

76:19
۞ وَيَطُوفُ عَلَيۡهِمۡ وِلۡدَٰنٞ مُّخَلَّدُونَ إِذَا رَأَيۡتَهُمۡ حَسِبۡتَهُمۡ لُؤۡلُؤٗا مَّنثُورٗا ١٩
Ijoollee ishee keessatti hafoo ta’antu isaan irra naanna'a; yeroo isaan argitu (bareedinarraa) faaya bibittinneeffame isaan seeta.1
Footnotes
  • [1] joollee jannataa babbareedduu hedduu taateetu warra jannataarra deemee kaddama.

Changelog