Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Insan — Ayah 7

76:7
يُوفُونَ بِٱلنَّذۡرِ وَيَخَافُونَ يَوۡمٗا كَانَ شَرُّهُۥ مُسۡتَطِيرٗا ٧
Qodhaa (nazrii) isaanii ni guutu; guyyaa hamtuun isaa babal'atu ni sodaatu.1
Footnotes
  • [1] qodhaa jechuun yoo Rabbiin haajaa akkasii naafbaase waan akkanaatin Rabbiif godha jedhanii waadaa seenuudha. waadaa akkanaa guutuun dirqama. seera nazrii kitaabban fiqhii keessatti bal'inaan laaluun nidandayama.

Changelog