Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah An-Nazi'at — Ayah 20

79:20
فَأَرَىٰهُ ٱلۡأٓيَةَ ٱلۡكُبۡرَىٰ ٢٠
[Muusan] mallattoo guddaa isa (Fir'awnaan) agarsiise.1
Footnotes
  • [1] mu'ijizaaleen muusaan kenname waa sagal, sankeessaa hangafoonni uleen isaa jawwetti jijjiiramuufii harki isaa addaattee ifuudha.

Changelog