Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah 'Abasa — Ayah 2

80:2
أَن جَآءَهُ ٱلۡأَعۡمَىٰ ٢
Sababa jaamaan isatti dhufeef.1
Footnotes
  • [1] jaamaan sun abdallaa ibnu umi maktuum jedhama. barnootaaf gara nabiyyii dhufe, yeroo san nabiin qondaalota qureyshii gorsutti jiran yoo islaamawan kajeeluuf jecha. yeroo kana osoo dhufuu baatee isaa jecha qondaalotiin tun nudheeysitii jechaaf gara qondaalotaa irraa garagale malee jibbaafii hammeenyaafii miti.

Changelog