Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Mutaffifin — Ayah 26

83:26
خِتَٰمُهُۥ مِسۡكٞۚ وَفِي ذَٰلِكَ فَلۡيَتَنَافَسِ ٱلۡمُتَنَٰفِسُونَ ٢٦
Dhumti isaa miskiidha; sana keessatti warri wal dorgoman wal haa dorgomanii.1
Footnotes
  • [1] waan Rabbiin jaalatu hojjatanii waan inni dhoowweraa fagaachuudhaan.

Changelog