Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Layl — Ayah 17

92:17
وَسَيُجَنَّبُهَا ٱلۡأَتۡقَى ١٧
Namni Rabbiin sodaatu ishee irraa fageeffamuuf jira.1
Footnotes
  • [1] Aayata tanaafii tanneen isii boodaa keessa warra jiran keessaa abuubakri ssiddiq hangafootarraayi.

Changelog