Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Ash-Sharh — Ayah 4

94:4
وَرَفَعۡنَا لَكَ ذِكۡرَكَ ٤
Maqaa keet siif ol kaafne.1
Footnotes
  • [1] Rabbiin sadarka gurguddoo nabiyyii keenyaa Muhammadiif s.a.w. kenne. san keessaa maqaan nabiyyichaa kan isaatti aanee akka olfuudhamee dubbatamu taasise. fakkeenyaaf shahaadaa, azaana, iqaamaa, salaata keessattiifii bakka heddutti maqaan nabiyyichaa maqaa Rabbiitti aanee dubbatama.

Changelog