Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-'Alaq — Ayah 1

96:1
ٱقۡرَأۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلَّذِي خَلَقَ ١
Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi.1
Footnotes
  • [1] Aayanni tunihfii tanneen itti aantu dura waan qur'aanarraa Nabi Muhammad s.a.w. irratti buufameeti.

Changelog