Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Al-Qadr — Ayah 1

97:1
إِنَّآ أَنزَلۡنَٰهُ فِي لَيۡلَةِ ٱلۡقَدۡرِ ١
Dhugumatti, Nuti halkan sadarkaa qabdu keessa isa (Qur'aana) buufne.1
Footnotes
  • [1] qur'aanni bakkuma takkaa walitti qabamee samii gadi aantutti leylatalqadri keessa gadi buufame. akkasuma Nabiyyirratti lafarratti kan gadi buufamuu jalqabe leylatalqadri ji'a ramadaanaa keessa.

Changelog