Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Ayah by Ayah

Tags

Download Links

Oromo Translation - Rowwad Translation Center translation for Surah Az-Zumar — Ayah 6

39:6
خَلَقَكُم مِّن نَّفۡسٖ وَٰحِدَةٖ ثُمَّ جَعَلَ مِنۡهَا زَوۡجَهَا وَأَنزَلَ لَكُم مِّنَ ٱلۡأَنۡعَٰمِ ثَمَٰنِيَةَ أَزۡوَٰجٖۚ يَخۡلُقُكُمۡ فِي بُطُونِ أُمَّهَٰتِكُمۡ خَلۡقٗا مِّنۢ بَعۡدِ خَلۡقٖ فِي ظُلُمَٰتٖ ثَلَٰثٖۚ ذَٰلِكُمُ ٱللَّهُ رَبُّكُمۡ لَهُ ٱلۡمُلۡكُۖ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَۖ فَأَنَّىٰ تُصۡرَفُونَ ٦
Lubbuu takka (Aadam) irraa isin uumee, ergasii ishee irraa qindii ishee (hawwaa'a) taasisee; beeyladoota irraas qindiiwwan saddeet isiniif buuse (uume); Garaalee haadhoowwan keessanii keessatti isin uuma, uumama boodaan uumama godhee dukkana sadi keessatti (isin uuma). Kun Rabbii gabbaramaa keessan ta’eedha. Mootummaan kan Isaatii. Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru. Akkamumatti (Isarraa) gara galfamtan?1
Footnotes
  • [1]

    qindiin saddeet gaala, horii, re'eefii hoolaa hundi isiituu kormaafii dhalaa walitti saddeet taha.

    - Dukkanti sadeen garaa haadhaa, gadaamessaafii hobbaatiidha.

Changelog